aaduu - Wiktionary
kanaslaali : Aadnaa, aade, aadde
Afaan Oromoo
Xinjecha
Bifunka gochimaa jecha aada, aadnaa jedhuuti.
Dabalgochima
- a'a jechuu
- sagalee dhukkubbii ibsu dhageessisuu.
- Barooduu Leencaa
- sagalee huummoon dhageessisu (gochaa sana gaggeessu)
- Fakkeenya
- - Leenci aaduu danda'a.
- - Aaduu Huummoo yoo dhageesse waan dhukkube seeta.
- - namni dhukkubsate aaduu mala.
Hundee Jechaa "aad "
IBSAGA JECHOOTAA | ||||
BAMAQAA | AMMEENNAA | DHUFEENNAA | DARBEENNAA | AJAJA |
---|---|---|---|---|
Hundee | aad | - |
- |
- |
Qaalamaa | aaduu | - |
- |
- |
Ana | aadaan jira | aaduufi | aadeera | nanaada |
Nuti | aadaarra | aaduufi | aadneerra | haa aadnu |
Si/Ati | aadaarta | aaduufi | aaddeetta | aadi |
Isin | aadaartu | aaduufi | aaddaniittu | aadaa |
Ishee | aadaarti | aaduufi | aaddeetti | haa aaddu |
Isa/Inni | aadaara | aaduufi | aadeera | haa aadu |
Isaan | aadaaru | aaduufi | aadaniiru | haa aadan |
- Dhalatoo jechaa